gurmu_legal_awaraness
Legal awareness is Strengthening the Community!
What our data says
- Launched between May 2024 and August 2024.
- Created after May 2024, which puts it among the newest 12% of law channels.
- Posted within a week of our check, as did only 12% of law channels of its size.
This channel is part of the discussion
gurmu_legal_awaraness appears in 6 event pages on TGScopeSeera Yakkaa FDRE Labsii Lakk. 414/2004 Keewwata 212 akka jedhu: #1Maqaa gaarii namaa irratti miidhaa geessisuu Keew. 717(1) #2Ibsootaa fi beeksisoota amala gaarii faallessan — Keew. 643(2) #3Sagaagalummaa — Keew. 652(1) #4Arrabsoo fi salphisuu — Keew. 615 #5Arrabsoo, maqaa…
#Qophiin Pilaanii Haaromee qorannoowwan akkami irratti hundaa'ee qophaa'uu qaba? #Qorannoo_Haal-Duree – haala naannichaa yeroo pilaaniin qophaa’u dura jiru adda baasuu. Fkn baayina uummataa,guddina,rakkoolee fi carraa misooma adda baasuu. Kaartaa Bu’uuraa – daandii, laga,…
Seera Yakkaa FDRE Labsii Lakk. 414/2004 Keewwata 212 akka jedhu: #1Maqaa gaarii namaa irratti miidhaa geessisuu Keew. 717(1) #2Ibsootaa fi beeksisoota amala gaarii faallessan — Keew. 643(2) #3Sagaagalummaa — Keew. 652(1) #4Arrabsoo fi salphisuu — Keew. 615 #5Arrabsoo, maqaa…
Gosoota Baankii fi Hojii Isaanii 🏦 Baankiin hojiiwwan adda addaa kan raawwatu yoo ta’u, gosaan baankii tokko tokko immoo hojii addaa irratti xiyyeeffatuu waliin akka armaan gaditti ibsama: #1Baankii Giddugaleessaa (Central Bank) Hojiiwwan ijoo: #Maallaqa biyya keessaa baasuu…