💥Live sport App and Links👇👇👇👇👇👇👇👇👇👉 Live Matches👉 Major European Leagues👉 Top Sports News in the World and Local👉 Players and etc💥Comments 👉@Amu_ja
This channel is part of the discussion
ORO SPORT appears in 26 event pages on TGScopePremier league Englandn kilabiin qabxii tokko hin argatin jiru Coventry city qofa,Astonvilla fi Fulham qabxii tokko tokko yoo qabaatan Tottenham Hotspur maallaqa hedduu baasuun taphattoota hedduu haa fudhatu iyyuu malee qabxii lama qofa walitti qabachuu danda'eera.…
🚨🗣 Fabrizio Romano haala Enzo Fernandez irratti: "Fedhiin Cheelsii ifaadha. Kilabiin paawundii miiliyoona 120 dhiyeessuu carraa taphaticha mallatteessuu qaba. Yoo hin taane taphaticha tursiisuutti gammadu." "Enzo Maresca taphataan kun Siitiif akka mallatteessisuuf fedhii…
🔴 Saffisaan Yoomif Qajeelchaa: Saffisa miilaa isaa kiiloo meetira hunda irratti galmee addunyaa cabsisiise! Galmee addunyaa haaraa fiigicha walakkaa maaraatoonii (Half Marathon) cabsuuf, saffisni miilaa atileetii Itoophiyaa Yoomif Qajeelchaa kiiloo meetira hunda irratti…
🚨 BREAKING: AS Monaco Paul Pogbaf waliigaltee isaa addaan kutuuf dhiyeesseera. Kilabichi hanga Fulbaana 1tti waliigaltee isaanii waliigaltee lamaanitiin xumuruun, Pogbaan bara kana keessa kilaba haaraa akka argatuuf carraa kennuu barbaada. Murtiin dhumaa Pogba irratti kan…
🚨 EXCLUSIVE Saudi Arabiyyaa keessatti xiinxalaan kubbaa miilaa Saud Al-Sarami akka jedhetti, Cristiano Ronaldo yeroo foddaa jijjiirraa taphattootaa Amajjii keessatti Al-Nassrin akka adda bahu ni eegamaa 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯@Liveisporti 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯@Liveisporti ❤️🔥 ㅤ ⚡️ㅤ 🔗 🙅♂️…
Daani Weelbeek gara Cheelsii! 🏴 HERE WE GO! [Fabrizio Romano]🥇 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯@Liveisporti 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯@Liveisporti ❤️🔥 ㅤ ⚡️ㅤ 🔗 🙅♂️ 👍 ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ