For Affiliate program:@Firmo44Buy ads https://telega.io/c/Manchester_United_fan2Video fi suuraf https://t.me/suura_fi_video_man_united
This channel is part of the discussion
MAN UNITED ORO FAN appears in 10 event pages on TGScope#Update Kaarlos Baaleebaan hanga June 2031tti kilabii keenya waliin kontiraata waggaa 5 mallatteessee filannoo dabalataa waggaa 1 dheeressuu qaba. Baaleebaan qorannoo fayyaa isaa marsaa jalqabaa milkaa'inaan xumureera. Jijjiirraan kun yeroo dhiyootti sanadoonni barbaachisoo…
🚨 𝗖𝗥𝗔𝗭𝗬 𝗦𝗧𝗔𝗧: Maaikel Kaariik taphoota kilaboota gurguddoo jedhaman waliin taphate irratti rikoordii inni qabu. ✅ 2-0 vs Maanchistar Siitii ✅ 3-2 vs Arsenaal ✅ 2-0 vs Totenahaam ✅ 3-1 vs Aston Viilaa ✅ 1-0 vs Cheelsii ✅ 3-2 vs Liivarpuul ✅ 2-1 vs Atileetiko Maadrid ⚔️…
Har'a "July 28", guyyaa dhaloota leenjisaa olaanaa kilabii keenyaa Maanchistar Yunaayitid Maayikeel Kaariik waggaa 45ffaa ti. -> Taphoota Kaariik kilabii keenyaaf taphate * Tapha 464 irratti hirmaateera * Goolii 24 galcheera * 35 kubbaawwan mijeessee kenneera -> Taphoota 21…
Manchester united jijjiirraa Baaleebaa bor ifatti beeksisu.🔥🔥 Sky sport #MUFC #MANCHESTER_UNITED ♡ ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ @Manchester_United_fan2 @Manchester_United_fan2
Yunaayitid torbee kana taphattii ni DEEBII'AA 🔥 Man United 🆚 Madrid_Atletico 📆 sanbata Hagayya 1 🏟️Dirree Istirooberii Dargaggeessi Andiree Saantoos duuba dhaabatee jiru kun taphaa isaa jalqabaa Yunaayitid irratti hirmaachuu danda'aa? 🤔 #MUFC #MANCHESTER_UNITED ♡ ㅤ ⌲ 🔕 ✉️…
Marcus Rashford ergaa nagaa isaa fuula Instagram isaa irratti maxxanseera!! " Namoota yeroon kilabicha keessa ture gaarii fi yaadatamuu danda'u godhe hunda galateeffachuun barbaada " " Yeroo hunda itti gammadee kilabichaa fi deeggartoota hundaaf waan gaarii hawwa " “ Viskaa El…