"Waaqa si uume sodaadhu kana naaf maxxansi. Irraa baratama. Dogoggora qubeekoof dhiifama Looret, Ayantu fi Kenbon kan wal baranii yeroo kutaa 9 barataniidha. Ishenis innis jalala dhuuga waljaallatu jalala isaani namni in hinafne hin jiru garuu jalala keessatti wal dhabden inuma jira sababa tahefu yeroo walitti gaddan arara dafani waliif godhu, mana barumsa keenyatti magala kenyattis namni isan walale in jiiru. Kabaja walif qabu akka aadaa uummata kessa jirani kabajanii guddaf xiqqa biratti kabajan jiratu, akka namoota waljalatan kan bira safu cabsufi jirenya in tane kessa galanis in bekani. Isheen addatti namnii hundu kan beeku bayyee isa jalatti. A I hiriyaa lamaaniiti. Innis in jallata, hamma yunvarisiti waggaa 2 gahanitti bayyee wal jalachusani wagga 6 natti fakkata. Wagga hamma kana ishenis isa male innis ishe malee in bekan: gaaru yero kana booda wagga jaha erga walin kabajan tuurani innis ishenis kabaja amantisani eganii jalala dhugan jiratan malee walin cisani akkaa hin beknetti 100 dhibban beeka. Isa faana baayyee waljaallanna. Wal hindhoksinu. Guyya tookko Ayantun Yunbersiti Jimma Kenbonin Yunbarsiti mattu utu baratani walitti buhinsi umame. Innis bara darbe tahun nanbeeka; erga Yuunversitii demne hundu gargara faffacane.
Ayantun hiriya obboletti Dr. Nafyad tahu bayee beku badhus gaaf tokkoo obboletti nafyadii wajjin mana Nafyad demani buulani. Naafyad ijoollee baayyee fixeera. Achuman innis jalalaa qabu ittimu jalabe. Onlayinitini hasahus jalqabanii garuu sababa kenboni jalatuf caliste hasaas gaara obbolumatti debiste. Akka nama biraa jaallattu itti himtua inni nidide.
Ishen jalala kenboni malee waam bira in barbaddu turte garuu yeroo wagga 2ffa barattu yunbarsiti jimmati baaye dhuukkuba ture, guyya tookko hospitala Jimmatti yalte dadhabde dhiisu didnan akka kilinika Dr.Naafyad dhufte yaalamtu taasise. Egaa yeroo kana kan inni nyaachuuf karoorfate. Kan aakkas godhe isumadha. Gaafa isheen Jimma Finfinnee dhufte yalamtu dirqiin wajjin ciise. Yeroshen of bartu waan in eegnetu ishe muudate. Kabajashe fudhate akkasitti harkasa galchate; maal jettee jalalleeshee jaallattu amanamafi waaggaa meeqa walin turtetti akka himtu sodaatte; boossee gadoodde; sababa malee gargar bahan. Kenbonin sababa kana beeku in dandenye; isheen iccita kana itti himtee maraachuu hinfeene; garu sababa jallatuuf hanga har'a Midhama qorqalbi keessa gale jira, baayyee dhukkubee jira; amma bilbillisa erga kaleessa cufadha nurra fagoo jira wan tahef dhiphanneerras; Nafyad warra Tikaa faana waan hojjetuuf mucaa nujalaa ajjeesisuu mala;
Ishenis kun erga mudate diirqama harkasatti kufte male kenbonin birri calchifatte miiti. Isuma dhugaa isa jaallatti. Keenboon konkolataafi kilinika ijaaree duroomuu dhabus maati haala gaarin isa barsisan abbaaf haadha jirenya gaari jiratan qaba; nama jireenyaaf ta'udha, hiyyumma jedhani gaafa asirra odeessan ishen jalalasa hamma har'a waan qabduuf yoomu jibbus waan hin dandenyef sammushe in miidhama. Abbaan badii kana hundaa Dr. Nafayd dha. Namoota umurii guutuu waljaallatan addaan baase. Utuu beekuu akkas godhe. Rakkinni dhookatan isa bira jiira kanaa ol iyyuu nuuti hin beekne malee, kanaf barreessaa keenboonis amma Yunvarsiti mattutii journalismii barataara, isheen heerumtetti sammusafis, sammu ishefis yaadati maaloo waa'eeshee kana booda akka dhaaban nuuf gorsi. Kana booda homtuu hindhufu. Ishenis innis jalala dhugaa utu walif qabani gargara bahan malee fayida miti ammas isheen isa in jaallatti. Yoo Keenbon silkii nuuf kaase akka inni OBN irratti qophii yeroo jaalalaarratti dhiyaatu gorsina. Shira kana. Namni Baru qaba; inni birrii waan qabuuf mucaa nujalaa miisisuu danda'a. Dargaggoota miidiyaa hawaasaan warra mootummaaf akka ijaaran dirqama nama itti kennamedha, Keenbooniin dhabuu hinbarbaadu ani😓"
@seenaaJalaala