🇯🇵🚨 HERE WE GO: PSG ZIYON SUZUKIIF WALIIGALTEE IRRA GA’E!
🔵🔴 PSG, goolii eegu Jappaan Zion Suzuki kan yeroo ammaa kilaba Xaaliyaanii Parma keessatti taphatu mallatteessisuuf waliigaltee irra ga’eera.
💰 PSG taphataa kanaaf kaffaltii €35 miliyoonaa akka kaffalu irratti waliigalteen irra ga’ameera.
🇯🇵 Zion Suzuki, umurii isaa dargaggeessa ta’us, Parma keessatti dandeettii fi gahumsa isaa agarsiisaa ture. Amma immoo gara PSG dhufuun, sadarkaa kubbaa miilaa Awurooppaa keessaa isa olaanaa irratti carraa isaa itti fufsiisuuf jira.
✍️ PSG → Zion Suzuki: €35M
🤝 PSG fi Parma waliigaltee irra ga’aniiru.
🇯🇵 Suzuki immoo gara Paarisitti ce’uuf qophiirra jira.
🚨 HERE WE GO! Zion Suzuki → PSG. Goolii eegu Jappaan kun yeroo dhiyootti taphataa PSG ta’uun isaa kan eegamuudha.
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯@Liveisporti
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯@Liveisporti
❤️🔥 ㅤ ⚡️ㅤ 🔗 🙅♂️ 👍
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ