Coopbank, a fast-growing bank in Ethiopia, is passionately committed to empowering communities and transforming lives. Rooted in our community, we deliver innovative services that meet customer needs helping you bank smarter and live better.
This channel is part of the discussion
Cooperative Bank of Oromia appears in 24 event pages on TGScopeIsin dhimma barnootichaa qofarratti xiyyeeffadhaa. Kaffaltii mana barumsichaa Kooppeey-Ibirriin bakkuma jirtanirraa sekoondiiwwan keessatti akka xumurattan isiniif mijeeffameera. Tooftaa baay'ee saffisaa, salphaa, amansiisaa! እርስዎ የትምህርቱ ጉዳይ ላይ ትኩረት ያድርጉ። የትምህርት ቤቱ ክፍያን ባሉበት ቦታ…
Bara Barnootaa Milkii Isiniif Yaa Ta’u! Abdii fi mul'ata haaraan ijoollee keessan mana barumsaatti ergattaniif, kaffaltii mana barnootaaf, tooftaa kaffaltii salphaa fi mijataa ta’e, Kooppeey I-birriin raawwadhaa. መልካም የትምህርት ዘመን ይሁንልዎ! በአዲስ ተስፋ እና ራዕይ ወደ ትምህርት ቤት ለላኳቸው ልጆችዎ፣…
Ergaawwan barreeffamaas ta'e sagalee kan maallaqa dabarsuun wal qabatan, karaalee 'WhatsApp, Telegram, Facebook, email, SMS' fi bilbilaan isin dhaqqabnaan, dursaatii barbaachisummaa fi dhugummaasaa qulqulleeffadhaa. Yeroo tajaajilawwan faayinaansii dijitaalawoo baankii keenyaa…
Balalii keessaniif koochoo, kaffaltii keessaniif saffisa kan isinii galaasu, Kooppeey I-birriin, tikkeeta xiyyaaraa salphaatti muradhaa. karoorri imalaa yoo jijjiiramellee, maallaqni keessan dadhabbii tokko malee herrega keessanitti deebi’a. ለበረራዎ ክንፍ፣ ለክፍያዎ ፍጥነት በሚያድልዎ ኮፔይ…
Ergaawwan barreeffamaas ta'e sagalee kan maallaqa dabarsuun wal qabatan, karaalee 'WhatsApp, Telegram, Facebook, email, SMS' fi bilbilaan isin dhaqqabnaan, dursaatii barbaachisummaa fi dhugummaasaa qulqulleeffadhaa. Yeroo tajaajilawwan faayinaansii dijitaalawoo baankii keenyaa…
'Qarshii Meeqa Qabadhuu?' Hin Yaadda'inaa! Kaardii Koop VISA keessan of-harkaa qabaannaan, bakka kamittuu kaffaltii keessan ofitti amanamummaa guutuun salphumatti raawwattu. Kaardicha, Liinkii armaan gadiin ajajachuun, damee baankii keenyaa fudhadhaa. 'ምን ያህል ብር ልያዝ?' ብለው…