DR. AYU
Welcome!Welcome!
What our data says
- Launched between October 2021 and September 2022.
- Larger than 99% of health channels.
- Of the channels created in the same period, 99% are smaller than this one.
- Was active in the week before our check — true of only 25% of health channels of its size.
- A typical post is seen by 3.5% of subscribers — less than in 74% of health channels of similar size.
This channel is part of the discussion
DR. AYU appears in 25 event pages on TGScopeAraada fedhii wal-qunnamtii saalaa ofiin ofirraa baasuu (gaasee) Akkamitti dhiisuun dandaa’ama? 1.Araadaan qabamaa jirta yoo ta’e dursitee amanuu qabda. 2. Dhiisuudhaaf fedha qabda yoo ta’e dursitee akka dhiisuu dandeessu waadaa ofiif gali. 3. Kutaa dhiqannaa fi mana fincaanii…
Gosoota Soorataa Kaansarii Ittisan: ************ Addunyaa kanarratti dhukkubota jiran keessaa yoo yaaddan kan sodaa isinitti uumu kami? Dhibeen HIV-AIDS'n dhukkuba dawaa hin qabne jedhamee sodaatama tureera. Ana garuu dhibeen hamaan na sodaachisu yoo jiraate "KAANSARII" dha.…
FAAYIDAA ROOZMARII (Rosemary) 1. Kaansarii Ittisuuf Gargaara: Roosmariin antioxidant cimaa ta’an of keessaa qaba – fakkeenyaaf carnosol fi rosmarinic acid. Isaan kun hojiirra oolanii rakkoo kaansarii gara garaa akka kaansarii sombaa, garaachaa fi tiruu ittisuuf gargaara. 2.…
Fayyummaa Qurunfullii (Clove) 1. Dhibee dadhabina onneef.. 2. Utaalloo irraa dafnee fooyya'uuf. 3. Zayitiin Qurunfullii (Clove oil) dhukkubbii jilbaaf furmaata. 4. Qulqullina afaaniif bayeessa. 5. Foolii afaanii fayyaalessa taasisa. 6. Dhibee garaa laaleysaaf. 7. Dhibee…
Gosoota Soorataa Kaansarii Ittisan: ************ Addunyaa kanarratti dhukkubota jiran keessaa yoo yaaddan kan sodaa isinitti uumu kami? Dhibeen HIV-AIDS'n dhukkuba dawaa hin qabne jedhamee sodaatama tureera. Ana garuu dhibeen hamaan na sodaachisu yoo jiraate "KAANSARII" dha.…
FAAYIDAA ZEEYTUUNAA/ GUAVA ••••••••••••••••••••••••••••••• ✏ Dubartootaaf, ciniinnaa garaa yeroo marsaa laguu ni hir'isa. {Keessaattu baala zeeytuunaa guyyatti yoo fayyadaman (guava leaf extract daily} ✏ Zeeytuunni farra dhippinaati ( anti stress agent) ✏ zeeytuunni dhiitawwuu…