ORO BARCELONA™
➔ This channel is dedicated to all the latest news and information about Barcelona.— Player history— Transfer news— Live matches— Coaches and players comments➔ BuyAds: https://telega.io/c/Oro_Barcelona📢 Contact us:@Ibzkar
What our data says
- Launched between September 2022 and March 2023.
- A typical post is seen by 1.3% of subscribers — less than in 95% of sports channels of similar size.
- Of the channels created in the same period, 97% are smaller than this one.
- The 40th largest Amharic-language sports channel in our index.
This channel is part of the discussion
ORO BARCELONA™ appears in 10 event pages on TGScope🚨🎙️ | Joan Laporta: “La Liga, Copa del Rey, Super Cup fi Champions League — hunda isaanii injifachuuf deemna. Keessattuu Champions League irratti baay’ee hawwii qabna.” Barça’n waancaa hundaaf kaayyeffatera 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➫ @Oro_barcelona 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➫ @Oro_barcelona ━═━═━═━═━═━═━═━═━
🚨 BREAKING: Joo'aoo kaanseelloon har'a Baarseloonaaf kontiraata waggaa sadii ni mallatteessa. (Maddi: Fabrizio Romano) 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➫ @Oro_barcelona 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➫ @Oro_barcelona ━═━═━═━═━═━═━═━═━
🚨 𝑩𝑹𝑬𝑨𝑲𝑰𝑵𝑮: Baarseloonaan kontiraata Raafiinhaa dheeressuf marii jalqabuufi. Raafiinhaan Baarseloonaa kan jaallatu yoo ta'u, Baarseloonaanis isatti gammadodha. Raafiinhaan haala amma jiruun kontirataa hanga 2028 mana Baarseloonaa isa tursiisu danda'u qaba. (Maddi:…
🚨 Juliyaan Alvaarez jimaata darbee hoji gaggeessitoota Atleetikoo Maadriid waliin wal arguuf gaafate akka ture himameera. Ta'uus garuu gaaffiin isa kun fudhatama hin arganne. Hanga Hagayya 10 yeroo Alvaarez qophii bara dorgommii duraaf gara kilabicha deebi'uutti isa waliin…
Barcelonaa Dilbata kana uffata sadaffaa isaa yeroo jalqabaaf ni mul’isa! Barcelonaan tapha La Liga irratti Levante waliin taphatu keessatti, dirree alaa irratti third kit isaa yeroo jalqabaaf uffatee ni taphata. 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➫ @Oro_barcelona 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➫ @Oro_barcelona…
#ODUU_GADDAA Abbaan Lionel Messi Joorji meessiin dhalatee waggaa 68 tti guyyaa arraa lubbuudhaan darbee jira. Jaalattoota fi dinqisiifattoota Isaa hundaaf jajjabina hawwina. 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➩ @ORO_barcelona 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➩ @ORO_barcelona ━═━═━═━═━═━═━═━═━