WE ARE A GREAT NATION AND WE DESERVE A GREAT MEDIA!@Abdii_Sabaa💬CONTACT US💬@Abdii_SabaaSupport🎯FOR EDUCATION@abdii_sabaa_university🎯FOR DISCUSSION@Abdii_Sabaa Group
This channel is part of the discussion
ABDII SABAA UNIVERSITY appears in 12 event pages on TGScope#BBO Barattoota mana barumsa bultii addaa fi mana barumsa addaa kutaa 9ffaa seenuuf fedhii qabdan hundaaf: BBO- 03/12/2018 Akaakuu Barnootaafi Qabxii Madaallii Qormaata Seensa Kutaa 9ffaa MBBAfi MBA ilaallata. Akaakuu qormaatni seensaa Kutaa 9ffaa Manneen Barnootaa Bultii Addaa…
ABDII SABAA UNIVERSITY pinned Deleted message
#AksumUniversity Yuunivarsiitiin Aksum barattoota waggaa lammaffaa barnoota yaalaaf (Medicine)'f akka beeksisa baasetti, barnoota idilee keessan kan bara barnootaa 2019 Kibxata, haagayyya 05, 2018 A.L.I. irraa eegaltan jechuun ibsa baase. Kanaafuu, Wiixata, Hagayya 04, 2018…
Qormaata madaallii gahumsa ogummaa Qormaanni madaallii gahumsa ogeessota fayyaa har’a eegalee kennamaa jira. Qormaanni kun buufatawwan qormaataa 31 keessatti kan kennamu yoo ta’u, hanga jimaata, Hagayya 15/2018 A.L.I. tti kan itti fufu ta’a. Haaluma kanaan qormaanni kun boru,…
Guyyaan Filannoo Iddoo qormaata itti fudhattan har'a xumurama ! Qormaanni Madaallii Gahumsa ogummaa Eebbifamtoota Ogeeyyii Fayyaa kan Hagayya 13–15, 2018 A.L.I. kennamuuf, yeroon buufata filannoo qormaataa taasisuuf kenname har'a, Adoolessa 30, 2018 A.L.I. ni xumurama.…
Bu'aan Qormaata Kutaa 6ffaa fi 8ffaa Bara 2018 naannoo Kibba Itoophiyaa gadhiifamee jira. Naannoo Kibba Itoophiyaatti bara barnootaa 2018tti qabxiin darbiinsaa qormaata Kutaa 6ffaa fi Kutaa 8ffaa 50 fi isaa akka tahe ibsame. Barattoota deeggarsa barbaadaniif ammoo qabxii 48…