humnajaalalaa
What our data says
- Created between November 2017 and June 2021.
- Our index holds just 10 Somali-language career channels with over 1,000 subscribers, and this is one of them.
- Among Somali-language channels above 1,000 subscribers, 80% were created after it.
This channel is part of the discussion
humnajaalalaa appears in 5 event pages on TGScopeNama Siif Haa Kennu Abbaankoo; "Waaqni nama siif haa-kennu" jedhee eebba natti roobse Anis 'Ameen' jedheen fudhe imimmaan abdii cobsee Waggoota hedduu booda; Nama naaf kenname sirriitti kunuunsee Amalas danda'een ofbira tutturse Garuu.. Bubbulchuunkoo.. tuttursuunkoo natti…
Maal jechuufin jedhe? Yeroo tokko tokko, jechi gabaabaan sammuu namaa keessatti bakka bal'aa qabachuu danda'a. Yaa Uumaakoo " Yeroo namni sirriin na haasofsiisu " jechuun maal jechuudha? jedheen yeroo kuma tokko of gaafadhe. Namni sirriin eenyudha? Ani gamakootiin deebii isaa…
#AYYAANTUU #KUTAA 12FFAA #BOQONNAA 2 #Barsiisaa Lammeessaa ----- Dhalli namaa waan barbaadu argachuuf karaa dheeraa deemuu danda'a. Garuu yeroo argatu, wanti inni barbaadaa ture sun qofti isa eeggachaa akka hin jirre hubata. Gaaffileen haaraan, kanneen gaaffii duraan keessasaa…
Ishee: “Sababni ani sitti dubbachuu dadhabeef, gaa'elli sun gargar bahuu qofaan hin xumuramne.” Ani qalbiikoo guutuu ishee dhaggeeffachuu jalqabus, sodaanshee hammaataa ture. Ishee: “Erga ani si waliin jaalala jalqabee booda, abbaan mucaakoo sun deebi'ee na doorsisuu jalqabe.”…
# AYYAANTUU #Kutaa 3ffaa #Sodaa Amantii! Ana: Egaa dhugaasaa baruu barbaadda taanaan Ayyaantuu jechuun anaaf maqaa qofa miti.” Ishee :“Egaa maaliree?” Ana : “ Waan addaa ani nama tokko keessatti argedhas.” Ishee : “Akkamitti? jechuun waan akkamii? ” Ana : “Ati nama kanbiraa…