Asset Building + Money + Mindset
Helping Ethiopians build wealth, business discipline, and financial freedom through practical daily strategiesFor business opportunity👇👇@naatoo16Owner: Samuel Wakgari Kitila
What our data says
- Created between October 2018 and June 2021.
- Of the channels created in the same period, 96% are smaller than this one.
- The 14th largest Amharic-language finance channel in our index.
This channel is part of the discussion
Asset Building + Money + Mindset appears in 6 event pages on TGScopeODUU HATATTAMAA: Finfinnee fi Naannawa Isheetti Diroonii Balaliisuun Yeroo Hin Murtoofneef Dhorkame Tajaajilli Odeeffannoo fi Nageenya Biyyaalessaa har'a irraa eegalee yeroo hin murtoofneef magaalaa Finfinnee fi naannawa isheetti diroonii kamiyyuu balaliisuuf heyyamni akka hin…
🎁Har'a Murteessi, Bor Jijjiiri! Akkam jirtu hundi keessan! Yeroo baay'ee namoonni milkaa'ani jechuun waan akka carraa argatan se'u. Garuu dhugaan isaa kana miti. Namni milkaa'u tokko guyyaa tokkoon hin jijjiiramu. Murtoo xixiqqoo sirrii guyyaa guyyaan fudhatuun jijjiirama…
Vision vs Purpose
(Maayiles Munroo) Munroon mul’ata qabaachuun akkamitti kaayyoo, kallattii fi kaka’umsa akka kennu akkasumas murtoo fi gocha nama tokkoo akka bocu qorate. 1) Mul'ata jechuun dandeettii waan ammatti hin jirre arguuti. Kana jechuun haala amma keessa jirruun daangeffamuu hin qabnu…
ODUU HATATTAMAA: Finfinnee fi Naannawa Isheetti Diroonii Balaliisuun Yeroo Hin Murtoofneef Dhorkame Tajaajilli Odeeffannoo fi Nageenya Biyyaalessaa har'a irraa eegalee yeroo hin murtoofneef magaalaa Finfinnee fi naannawa isheetti diroonii kamiyyuu balaliisuuf heyyamni akka hin…
Abboomaa Mitikkuu: 'Bakka inni jirutti nama Mallas Zeenaawwii dubbachuu hin dandeenye ture' Abboomaa Mitikkuu Waaqoo jedhama. Maqaan qabsoo inni ittiin beekamu 'Abbaa Xiiqii jedhama. Abbaa Xiiqii kan jedhameef xiiqii namaan qabatee osoo hin taane waan hojjatu tokko xiiqiin…