Interested in social movements, democratization. Currently member of Oromo Federalist Congress.Finfine, Ethiopia t.me/JawarOfficial
This channel is part of the discussion
Jawar Mohammed appears in 9 event pages on TGScopeINJIFANNOO mormii barattoota koolleejjii barsiisotaa! Koollejjiin Jimmaa ibsa armaan gadii baaseera. - Guyyaa eebbaa beeksiseera - Exit exam akka kennamus mirkaneesseera Temporary gaafatamaa jirus kennuuf qophaayuu qaba. Itoophiyaa keessatti kan akka qabsoo barattootaa sirna…
Gaafii barattoonni koolleejji barsiisotaa kaasanirratti yaada barsiisaa tokkoo ================= "Ani barsiisaa kolleejjii barsiisotaa oromiyaa keessaa kan kolleejjii tokkoti. Post kee argeen yaada siif qooduu barbaade. 1. Barsiisotni leenjii barsiisummaa irra jiran kun gaaffii…
Facebook reminded me that I said this eight years ago, at the onset of the Tigray crisis. At the time, I was denounced as an alarmist. " My worry is Mekele has become a refugee for military, intelligence and political figures who have been removed from federal post. Almost all…
MAQAA: Sudiyya Taajuu IDDOO DHALOOTAA : Godina Jimmaa, Aggaaroo BAKKA AMMA JIRTU: Dubai, UAE Warri odeeffannoo ergitan galatoomaa!
" a senior OLA official who had participated in the negotiations between the OLA and the federal government dismissed the AFNM’s characterization of its Wollega forces. “It is ludicrous. Whether called Bizamo or Ayisha, there is no Fano in Wollega. Only a bunch of regime-backed…
DIYAASPORAA: Warra qabsaa'ota qabsiisee maggaarajaa duubaan ragaa itti bahee hiisisee, booda maquma qabsoon biyya faranjiitti asylum argates marfeeysinuu?